Shopping Cart
Your Cart is Empty
Quantity:
Subtotal
Taxes
Shipping
Total
There was an error with PayPalClick here to try again
CelebrateThank you for your business!You should be receiving an order confirmation from Paypal shortly.Exit Shopping Cart

Oromo Community of Las Vegas

Hawaasa Ilmaan Gadaa

Blog

Blog

We are The Oromo Community Of Las Vegas maintaining the Oromo Community for the purpose of unity and rebuilding love among our poeple those live in Las Vegas Metropolitian Area and broad.

view:  full / summary

Ayyaana Guyyaa Gootota Oromoo/4/18/2012

Posted on April 19, 2012 at 3:50 AM Comments comments ()

Hawaasni Oromoo Magaala Las Vegas guyyaa Ayyaana Goototaa Oromoo akkasumas wal-gahii hawaasicha kan waggatti guutummaa miseensota wajjiin al sadi'i gaggefamu giddu galessaa godhachuun Ebla 18, 2012 tti wal-gahii seena Hawaasa Oromoo magaala Las Vegas keessatti kanaan dura godhamee hin beeknee kan galmeessee dha. Akkasumas haalli sagantichi ittiin gaggefame haala boonsaa fi abdii tokkummaa ummata Oromootiif gahee guddaa kan taphatu ta'uun isaas yoom iyyuu kan dagatamuu miti. Hundumaa caala...

Read Full Post »

Wal- Gahii guyyaa Amajjii 4, 2012

Posted on January 18, 2012 at 4:10 AM Comments comments ()

                                                Baga Bara 2012 ittiin isin gahe.

          Ayyaana waggaa fi wal-gahii keenya kan miseensota fi ummata Oromoo kanneen naannawa magaala Las Vegasitti...

Read Full Post »

WELCOME TO THE OROMO COMMUNITY OF LAS VEGAS NEWS PAGE

Posted on November 28, 2011 at 3:55 AM Comments comments ()

WE ARE ABOUT TO ANOUNCE  DATE, TIME AND THE PLACE OF OUR QUARTERLY MEETING WITH ALL COMMUNITY MEMBERS. STAY TUNED AND HAVE ALL MEMBERS TO JOIN US ON TOP OF OPEN MEETING.

BAGA GAMMADAN

Posted on October 6, 2011 at 1:30 PM Comments comments ()

KOREEN JAARMIYA HAWAASA OROMOO MAGAALA LAS VEGAS SOCHII GUDDINNAA, JAALALAA FI TOKKUMMAA HAWAASA OROMOO KANNEEN MAGAALA LAS VEGAS JIRAN GIDDUTTI RAAWWACHUUF EEGALE ITTIMA FUUFUUN KARAA IRRA CAALATTI UMMANNI YAADAA FI GORSA BARBAACHISU HAYYU DAREEWWAN ISAANIITIIF AKKA KENNAN DAANDII HAARA UUMUU DANDA'EERA. kOREEN KUM ERGA HOJII JALQABEE JI'A SADI YOO TA'UU YAALII HAMMA AMMATTI KOREEN KUN GODHAA JIRU KANA...

Read Full Post »

Rss_feed